Premier Biomedical Engineering Consultancy
Our specialization spans the design, biomedical equipment planning, installation, and training

Eenyuu Nuti ?

Dhaabata Medical Tech Solution Ethiopia

 Dhaabbata Gorsaa Injiinariingii Biomeedikaalaa sadarkaa olaanaa qabu yoo ta’u, Itoophiyaa keessatti hundaayee dha. Dhaabatni kun kana dura biyyoota Afrikaa hedduu keessatti bal’inaan hojjechaa jira. Amma immoo muuxannoo isaan gara Ethiopia Garee Ogeeyyii Injiinara Biomeedikaalaa fi Gorsitoota Fayyaa muuxannoo yeroo dheeraa qabaniin tajaajila kanaa gadii kenna.

  1.  Gosa Meeshaa fayyaa gara gara mamiltootaaf dhiyeessa 
  2. Meeshaalee fayyaa kana akka CT scan, MRI kkf gad dhaabuu
  3. Nagooma meeshaa eegaa 
  4. Leenjii barbaachisoo radiologistootaa, fkkf kenna

Tajaajiloota keenya sadarkaa ol’aanaa irratti, teknoolojii ammayyaa fayyadamuun bu’aa wal’aansaa fayyaa fooyyeessuuf  Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa biro keessatti hojjena.

Hojii Keenya

  • Meeshaalee Imaajingii beeksisuu fi gurguruu
  • Meeshaalee fayyaa fe’umsaa fi qopheessuu
  • Leenjii ogeeyyii: Dooktora, Narsii, Raadiyooloojistoota fi Injiinaroota Biomeedikaalaa
  • Tajaajila tumsaa gurgurtaa booda fi to’annoo qulqullinaa
  • Qopheessuu fi ijaarsa Hospitaalaa fi Kilinikaalee
  • Gorsa meeshaalee fayyaa fi eegumsa dura (preventive maintenance)
  • Qindoomina Teknoolojii Odeeffannoo Fayyaa (Healthcare IT)
  • Planning and Design
  • Biomedical Equipment Consultancy and Preventive Maintenance
  • Healthcare IT Integration and Digital Transformation

Miiltoo Hojii Biyya Waliin qaba

Waliin hojjechuu cimaa qabeenya teknoolojii fi IT fayyaa qaban waliin qaba. Vertex in Healthcare (UK fi Afrikaa Kibbaa) waliin hojjechuun, software fi teknoolojii fayyaa addunyaa irratti beekamtii qabu irraa tokko dha.

  Waliigalteewwan kun nu dandeessisu:

  • Meeshaalee gurguddoo ammayyaa dhiyeessuu
  •  Hojiirra oolmaa qulqullinaa fi saffisaa gochuu
  • Injifannoo bu’uuraa fiduu
 
 
 

Bakka Kuusa Suuraa / Gallery

Mul’ata

Teknoolojii imaajingii fi biomeedikaalaa haaromsuun, bu’aawwan wal’aansaa fi qulqullina tajaajilaa fayyaa Ethiopia gara sadarkaa ol’aanaa geessu.

Abjuu

Artifishiyaa Intellijensii fi Robotiksii fayyaa keessatti guutummaatti fayyadamuu:
– Injiinariingii jeeneetikaa
– Naanoteknoolojii
– Interfeesiwwan sammuu-kompitaraa (brain-machine interfaces)
– Injiinariingii Tishu

Kana waliin, bu’uura wal’aansaa dhugaa, dhuunfaa fi dursee beeksisuu danda’u haaromsina.

Nu Filachuun maalif barbaachisee?

  •  Ogummaa Teknikaa fi Naannoo bal’aa
  • Hojii waliinii idil-addunyaa fi michuuwwan amanamoo
  • Hojii fayyaa guutuu irraa eegalee hanga xumuraatti raawwachuu
  •  Amanamummaa, Teknoolojii Haaromsa fi Aadaa Hojiitiin hoogganuu

 Fayyaa Ethiopia har’a borii fooyyeessaa deemuuf waliin haa hojjannu !

Nu Quunamaa

Teessoo Email

info@medi-techsolution.com

Nuuf Bilbilaa

+ 251911452408 / +251911233238

Teessoo

Getu Commercial 2nd Floor 220 Bole Road, Dambal
Ethiopia

Gaaffii kee Ergadhu