Eenyuu Nuti ?
Dhaabata Medical Tech Solution Ethiopia
Dhaabbata Gorsaa Injiinariingii Biomeedikaalaa sadarkaa olaanaa qabu yoo ta’u, Itoophiyaa keessatti hundaayee dha. Dhaabatni kun kana dura biyyoota Afrikaa hedduu keessatti bal’inaan hojjechaa jira. Amma immoo muuxannoo isaan gara Ethiopia Garee Ogeeyyii Injiinara Biomeedikaalaa fi Gorsitoota Fayyaa muuxannoo yeroo dheeraa qabaniin tajaajila kanaa gadii kenna.
- Gosa Meeshaa fayyaa gara gara mamiltootaaf dhiyeessa
- Meeshaalee fayyaa kana akka CT scan, MRI kkf gad dhaabuu
- Nagooma meeshaa eegaa
- Leenjii barbaachisoo radiologistootaa, fkkf kenna
Tajaajiloota keenya sadarkaa ol’aanaa irratti, teknoolojii ammayyaa fayyadamuun bu’aa wal’aansaa fayyaa fooyyeessuuf Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa biro keessatti hojjena.